1 Samuel 20:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini gama kanketini naa nahi kakhu jabdu nu AABBO Waaqa durati wolti kakhanne jabeesi guuti. Ammo yo anini wollaala qabaad'e atumaani na ijeesi; maanifi abbeetiti na geesita?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati Rabbiin afo'otti ana garbicha keetiif waan waadaa galteef waan mishaa naa godhi; yoo ani yakkee jiraadhe harkuma keetiin na ajjeesi malee gara mootichaa na fiddaa ree?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ati Mootii Waan Maraa duratti ana tajaajilaa keeti woliin gondooroo waan gondooratteef, waan dansaa naaf godhi. Ani yakkaa yoo qabaadhe ammoo atinuu na ijjeesi malee maaf gara abbaa keetii na geessita ree?» jedhe.