1 Samuel 20:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yonathanini waan jed'eeni, Laki, abbo akasi injed'ini! Yo d'uguma anini aka aabbooni siballeese beekhe ani siti inhimu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaataan ammo, «Waan kana horoma hin yaadin! si irratti uduu waan hin taane yaadee jiraadhe kana siin jedhaa?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yonaataanille, «Tun hin teetu! Abbaan kiyya hantuu akka si irratti yaadate adoo beekee jiraadhee, ani sitti hin himuuyyuu ree?» jedhe.