1 Samuel 21:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattuuni hayyicha suni waan hayyichani jette, Kunini Daudiniti ka hayyu lafa isaa, kunini namicha nad'eeni sirba keesa faarsite akana jettuniti? Sauloni nama kunkikunki ijeese, ammo Daudini nama kunkikunki kud'ani ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni hojjattoota Akiishii ka biyya irratti mooye kun Daawitiimii? Saa'ol kuma; Daawiti ammo kuma kumaatama ajjeesse jedha'aa ka dubartoonni sirbaniif isaamii? jedhanii Akiishiin gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltooti Akiishii ammoo isaan, «Mootiin biyyaa Daawiti isa kanaa motii? Ka worri sirbu, ‹Saa'ol kuma hedduu ijjeese; Daawiti ammoo kuma kudhan hedduu ijjeese› jedhanee sirbaneef isa kanaa motii?» jedhane.