1 Samuel 21:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi hojja worra suni bira jiru inni maraata ufi tolche hojja worri isa d'owele ufi maraache; inni balbala fullo dira irati wot'at'afe, gorora areda ira ufi gayaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan jara sodaateef uduma jara jidduu jiru akka nama qalbii dhabee ta'ee afaan balbalaa irratti gatantaree gorora ufii areeda ufii irra yaasee nama maraattuu uf fakkeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni isaan duratti akka nama qalbii tuqamee te'e; yennaa isa qabanelle balbala karraa irratti tattaraaraa, gorora ifii areeda irra yaasaa akka nama maraatee te'e.