1 Samuel 21:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Akishini waan hojattu ufitini jed'e, Namicha kana laala wonini maraata, isani maanifi natiini d'uftani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akiish hojjattoota ufiitiin «Namni kun maraattuu akka ta'e hin arginee maaf gara kiyya fiddan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Akiishi tajaajiltoota ifiitiin, «Kunoo, nami kun maraata'a; maaf gara kiyya fiddanne?