1 Samuel 21:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qara maraata arge inquumne? isani maanifi maraata d'ibiini nati d'uftani? Ka mana keesaleeti maraatu isaatini na gargalchu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Na bira namni maraattuun dhabamee jennaan namicha kana gara kiyya fiddanii namichi kun nama mana kiyya seenuu?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani maraataa dhabee jennaan, akka inni na duratti maraatuuf, nama kana gara kiyya fiddanee? Nami akkanaa mana kiyya dhufuu qabaa?» jedhe.