1 Samuel 21:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma atini sagale woreega maani harkaa qabda? Qit'a shani yokhaani waan qabdufu naa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mee maal uf biraa qabda? buddeena shan yookaan waan uf biraa qabdu naa kenni» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati amma sagalee maan ifi biraa qadda? Xaltaa daabbo'oo shan yookiin waanuma dhaggame naaf kenni» jedhe.