1 Samuel 21:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'eeni, Laki, jari kiyya qarale nad'eeniti ind'iaatu hojja imaltu yau, ammo keessuma hojja imaltu akana tana yau diqole iti ind'iaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti ammo deebisee gadichaan, «Hennaa namoota kiyya woliin ergamnee deemnu maraa dubartoota irraa hin fagaanna; hennaa ergama salpha'aaf deemnullee namoonni kiyya qulqullummaa ufii hin eegan; adha ammo hagam qulqullummaa ufii eeggachuu isaan barbaachisa ree?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille deebisee, «Akkuma qara baratame haga baaneen jalqannee nuuti dubartoota bira geyiisa irraa ifi eeganneerra; yennaa ergaa akka aadaa dhugeeffanna'aatitti woyyuu hin te'in ergannuuyyuu dubartoota bira geyiisa irraa ifi hin eegannaayyu; adha fa'a irra caalaa attam dubartoota bira geyiisa irraa ifi hin eeganne ree?» jedhe.