1 Samuel 21:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi qit'a woyyuma kenneefi; wonti akanatiifi qit'aani inni qabu ka Waaqa baasani ch'alla, ka AABBO Waaqa duraa fuud'ani qit'a owani jijirani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nyaata Rabbii woyyoome kana malee nyaanni biraa waan hin jirreef gadichi buddeena woyyoome ka Rabbiin afoo jiru fuudhee Daawitii kenne; kanaafuu adhuma buddeenni oo'aan bakka haa bu'uu jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre daabboo Waaqa dura dhikaattu ta Mootii Waan Maraa duraa fuudhanee daabboo o'itu'uun bakka buusane san malee ta dhibiin waan hin jirreef, hayyichi xaltaa daabboo woyyitti'ii san fuudhee Daawitiif kenne.