1 Samuel 21:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Namichi hojatu Saulo toko ka Doegi jed'ani, ka gosa Edomu guyya suni arti jira maro inni aada AABBO Waaqa guutu maleefi.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafas bulchaan tissee Saa'olii tokko ka Dooyiqi jedhamu ka gosa Edoomii seera amanti'ii raawwatu'uuf achi jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa san tajaajiltoota Saa'olii keessaa ajajaan tissitootaa, nami biyya Edoomii Do'eeg fuula Mootii Waan Maraa dura akka turu godhamee achi jiraayyu.