1 Samuel 22:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini dira Gathiti baqate goda d'akha ka d'aatu dira Adulamutini bahe. Oboleyaani isaatiifi worri isaa ch'ufti aka inni arti jiru d'ageennaani iti d'ufani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti qachaa Gaatiitii dheessee gara goda naannoo qachaa Adoolaamii jirtuu dhaqe; obboleewwanii fi maatiin abbaa isaa martinuu haga waan kana dhagayan gara isaa dhaqanii itti makaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti qachaa Gaatiitii bayee gara goda qachaa «Adulaam» jedhamu bira jiruutitti baqate; obboleeyyan isaatii fi maatiin abbaa isaa marti tana dhage'anee achi gara isaa dhaqane.