1 Samuel 22:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi Sauloni qaallicha Ahimelekifi fiit'a isaa ch'ufa ta qaalole Nobu yaame worri d'ufe jennaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf mootiin Saa'ol gara gadicha Abemelekii ilma Akixuubiitii fi maatii isaa maraa akka gara isaa dhufan nama isaanitti erge; isaanillee gara isaa dhufan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi nama ergee, Ahiimelekii hayyicha ilma Ahiixubii, maatii abbaa ifii maraa fi worra Nob keessatti hayyoota te'ane mara waansisee, isaan marti gara mootichaa dhufane.