1 Samuel 22:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni waan jed'eeni, Sifi Daudini maanifi aka na balleesitani nati malattani? Atini maanifi woreegaafi goraade iti kennite Waaqale waan inni tahuu male gaafatefi? Inni amma nati garagale qoomni nani ijeesu barbaaduu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol «Atii fi ilmi Isseyii natti mari'attanii? isaan nyaachiftee guraadee kenniteefii Rabbiinillee kadhatteef, kunoo akkuma adha inni ana akka diinaatitti riphee na ajjeesu'uuf na eega'aaru maal goote?» jedhee gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'olille isaan, «Akkuma adha godhu kana, ilmi Iseyii na irratti ka'ee akka na gaadu, daabbo'oo fi shallaagaa isaaf kennitee, marroo isaatiif Mootii Waan Maraa gaafatiisaan, isa woliin maaf na irratti mala dhoottane?» jedhe.