1 Samuel 22:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahimelekini waan jed'eeni, Askarti tante ch'ufa keesa nami aka Daudi waan d'uga tolchu injiru. Inni sodda keeti, ammalle nama gudda askarti ka si tissu, ka nami si hojatu ch'ufti guddo saalfatufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abemeleki mootichaan, «Loltoota kee keessaa namni akka Daawitii soddaa mooti'iitii fi ajajaa loltootaa ta'e hin jiraa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahiimelek deebisee mootichaan, «Soddaan mootichaa, ajajaa eeddota teetii te'ee mana keeti keessatti ka ulfinna qabu, tajaajiltoota teeti mara keessaa akka Daawitii ka addatame eennu?