1 Samuel 22:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani anini waan inni tahu male Waaqa gaafad'eefi suni ch'allaniti. Waan mala sini balleesani, ee hayyicha, naafi worra kiyyale tokole ingaafatini, nu keesa injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Rabbiin isaa kadhachuun anaaf ka jalqabaatii? wa'a akkasii miti; ani garbichi kee dubbii kana waan hin beenneef maatii kiyya anaa fi maatii abbaa kiyyaa hin komatin» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani marroo isaatiif Mootii Waan Maraa gaafatiisa adha jalqabee ree? Waawwo'o! Ani tajaajilaan keeti marroo waan kanaa guddisee yookiin diqqeesseelle waan tokkolle waan hin beenneef, tajaajilaa keetii yookiin maatii abbaa kiyyaa mara hin komatin» jedhe.