1 Samuel 22:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dabsanifi ka gati baasu dad'abeefi ka nama quufa d'abeleeni isati d'ufe; worri suni nama haga d'ibba afuri, duuba inni gudda iti tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri rakkatan, worri liqaa uf irraa qaban, worri jireenni isaan jibbisiise maruu isa biratti wol gayan; namoonni isa biratti wol gayan namoota dhibba afur; inni bulchaa isaanii ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri rakkate marti, worri liqaan irra jiruu fi worri jireenni itti hammaateeru marti namooti gara dhibba afurii isa biratti wolitti qabamane; inni ajajaa isaanii te'e.