1 Samuel 22:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini insodatini, na woliini tai, Sauloni, nami sii ijeesu fed'u nale ijeesu fed'a, ammo yo atini na woliini teete woma intaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati garuu ana woliin jiraadhu; hin sodaatin, dhugamaan Saa'ol si'ii fi anallee ajjeesuu barbaada; garuu ati nagayaan na woliin jiraatta» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami si ijjeesiisaaf barbaade, nama na ijjeesiisaaf barbaade waan te'eef, ati na woliin turi; hin sodaatin. Ati na woliin nageyaan leeta» jedhe.