1 Samuel 22:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini achii kae, dira Mispa ka lafa Moabu d'aqe, waan hayyicha Moabutini jed'e, Aabbo, na qarqaari, abbaafi haati tiyya ha fulla tante teetuti, haga anini waan Waaqi naa tolchu hubad'uti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti achii bayee gara qachaa Mitsipha'aa ta Moo'aabiin keessa jirtuu dhaqee mootii biyya Moo'aabiitiin «Waan Rabbi naa godhu haga beekutti yabo'oo abbaan kiyyaa fi haati tiyya si bira naa haa taa'anii» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti achii ka'ee gara qachaa Miispha'aa ka biyya Mo'aabii keessaa dhaqee, mootii Mo'aabiitiin, «Maganne'e, waan Waaqi naaf godhu haga beekutti, abbaan kiyyaa fi haati tiyya si bira turanuu ti» jedhe.