1 Samuel 22:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Daudini fulla hayyu Moabuti worra lakise, worri haga Daudini goda d'akha keesa jiru ch'ufa achuma tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan maatii ufii akka mootii Moo'aabii bira taa'an godhe; isaanillee haga bara Daawiti dhokatee goda keessa taa'uu mara achuma taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni mootii Mo'aabii biratti isaan lakkisee, isaanille haga Daawiti kushee jadduu keessa dhokatee ture san mara mooticha san bira turane.