1 Samuel 22:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagi Gadi jed'ani fulla Daudi d'ufe waan jed'eeni, Arma intaini, kai, lafa Yuda d'aqi. Duuba Daudini kae badda Harrethi d'aqe achi tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa raattichi Gaadi gara Daawitii dhaqee «Asi hin turin amma ariifadhuu gara biyya Yihuuda'aa deemi» jedhee itti hime; kanaaf Daawiti ka'ee bosona Keereetiititti gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Gaadiin raagichi Daawitiin, «Kushee jadduu tana keessa hin turin; ka'iitii gara biyya Yihuda'aa deemi!» jedhe. Maarre Daawiti achii ka'ee gara gongomaa Kaaretii dhaqe.