1 Samuel 22:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan worra gurgurda askarti isaa sunini jed'e, Isani worra gosa Benjamini, na ch'aqasa! Isani waan Daudini oobru mid'aanitifi ta zabibu isani ch'ufaa kenne, ammalle worra gugurda askarti isaa isani tolchu seetani? Wonti isani nati malatani na balleesu feetanifi tana?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol loltoota isa bira jiraniin «Isin namoota Biiniyaamii Daawiti lafa qonnaa isinii hin kennaa ree? isin maraa ajajaa kumaatii fi ajajaa dhibbaa isin taasisaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol tajaajiltoota ifii worra isa bira dhaabbateeruun, «Isin worri Beniyaaminii Dhage'a'a; ilmi Iseyii ficha'aa fi addee muka woyni'ii itti dhaabbatanu isin maraaf hin kennaa ree? Inni ajajjoota kumaatii fi ajajjoota dhibbaa isin mara hin godhataa ree?