1 Samuel 22:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nami tokoleeni aka ilmi anini d'ale Daudini wold'aqani nati inhimne isani nami tokoleeni na iyyaalu, yokhaani nami tokoleeni aka Daudini hojattuuni tiyya gaade na ijeesu fed'u, yokhaani aka ilmi kiyya isaa wahelche nati inhimu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin maruu mari'iif natti kaatan? ilmi kiyya ilma Isseyii woliin hennaa waadaa seenan namni tokkollee anatti hin himne; hennaa ilmi kiyya loltoota natti kakkaase akkuma adhaa kana inni riphee akka ana eeggatu godhe; isin keessaa namni tokkollee kana natti hin himne» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin marti tanaaf na irratti mala dhoottanii ree? Ilmi kiyya ilma Iseyii woliin yennaa gondooratu nami tokkolle natti hin hinne. Akkuma adhaa ilmi kiyya yennaa tajaajilaa kiyya na irratti kaasee akka inni riphee na eeggatu yennaa godhe, isin keessaa nami tokkolle marroo tiyyaaf quuqamee natti hin hinne» jedhe.