1 Samuel 23:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini waan jed'e, AABBO Waaqa Israeli, anini aka Sauloni ana hojattu tantetiti jed'e Keila d'ufe aka had'e balleesu malate ya d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Daawiti, «Waaqa Israa'elii Rabbii kiyya! Saa'ol gara qachaa Qi'ila'aa dhufuu kiyyaaf qachattii balleessuu barbaada; ani dhugamaan garbichi kee kana dhagayeera jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti, «Ee Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii, Saa'ol gara qachaa Qeyilaa dhufee sababa kiyyaaf qachaa balleessiisaaf akka barbaadu dhugumaan ani tajaajilaan keeti dhage'eera.