1 Samuel 23:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Daudini waan jed'e, Worri Keila d'uguma anaafi jara kiyya harka Sauloti kenna? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Inuma kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti, «Worri qachaa Qi'ila'aa naa fi worra na woliin jiran dabarsanii Saa'olitti nu kennanii? jedhee gaafate; Rabbillee, «Ee dhugamaan dabarsanii isin kennan» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ammalle, «Namooti qachaa Qeyilaa anaa fi namoota kiyya Saa'olitti dabarsanee hin kennanii ree?» jedhee gaafate. Mootii Waan Maraalle deebisee, «Eeti'i, isaan dabarsanee isin hin kennan» jedheen.