1 Samuel 23:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Daudifi jari isaa, ka nama d'ibba jaa gahu, hojuma suni Keila kaani ka fulla tokole qubatani iti inture durumati godaanani. Sauloni aka Daudini Keila keesaa baqate d'agaye jennaani mala iti d'aate kaani lakise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf Daawitii fi namoonni haga dhibba jahaa gayan maruu qachaa Qi'ila'aatii bayanii deemu'uuf yaa'an; Saa'ol akka Daawiti qachaa Qi'ila'aa keessaa bayee dheesse dhagayee achi dhaquu hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawitii fi namooti isaa ka gara dhibba jaa qachaa Qeyilaatii ka'anee addee dhaqiisaaf barbaadane mara dhaqane. Daawiti qachaa Qeyilaatii akka miliqe Saa'olitti yennaa himane, inni achi dhaqiisa lakkise.