1 Samuel 23:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini lafa gaareeni ta lafa aloo ta d'aatu Zifu keesa keesati d'okhate achuma tae. Sauloni guyya ch'ufa isa barbaade, ammo Waaqi Daudi harka isaati kennu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti waan irra taa'anii waa eegan lafa gammoojji'ii keessaa biyya tulluuwwanii ka Zeefii keessa taa'e, Saa'ol guyyaa maraa Daawitiin soqa'aa ture; Rabbi garuu dabarsee harka isaatitti isa hin kennine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti kushee hedduu jadduu goomolee keessaa ta koobota goomolee Ziifii keessa ture. Saa'ol guyyaa mara Daawiti barbaadaayyu; Waaqi ammoo Daawiti harka isaatitti dabarsee hin kennine.