1 Samuel 23:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini ka Horeshi lafa aloo ta d'aatu Zifu keesa jiru aka Sauloni isa ijeesu fed'u hubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti gaara gammoojji'ii keessa uduu jiru Saa'ol isa ajjeessu'uuf akka dhufa'aaru arge; Daawiti goda gammoojjii Zeefii bira jiru keessa jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti goomolee Ziifii, Horesh keessa adoo jiruu Saa'ol isa ijjeesiisaaf akka dhufe dhagge.