1 Samuel 23:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Insodatini, abbaani kiyya Sauloni dandae woma si intolchu. Inni imbeekha, aka atini hayyu Israeli taate, anini siti aanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Saa'ol abbaan kiyya si hin miidhu mootii taatee ani ammo itti aanaa kee ta'ee bulchita jedhee abbaan kiyya kana beekeeraa hin sodaatin» jedhee jajjabeesseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yonaataan Daawitiin, «Hin sodaatin! Abbaan kiyya Saa'ol ijjumaa si hin dhaggu. Ati Israa'el irratti mootii hin teeta, anille sitti hin aana. Abbaan kiyya Saa'olinuu tana hin beeka» jedhe.