1 Samuel 23:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lachu Waaqa durati wold'aqe wolti kakhate jennaani Daudini Horeshi d'aqe, ammo Yonathanini worra ufiti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan lachuu waadaa wolii galanii Yoonaataan gara mana ufii deebi'e; Daawiti ammo bosonumatti hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lamaanuu Mootii Waan Maraa duratti gondooroo godhatane. Achiin duuba Yonaataan gara manaa ifii deemee, Daawiti ammoo Horesh keessatti hafe.