1 Samuel 23:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri toko Zifu bahe gara Saulo, ka Gibea jiru, d'aqe waan jed'eeni, Daudini lafa teenna ta Horeshi gaara Hakila gubaa lafa aloo ta Yudea gama bitaa keesati d'okhatu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Zeefiin jiraatan Saa'oliin bira dhaqanii, «Daawiti lafa gammoojji'ii bosona keessa hulee Ekelaa jedhamtu ta gammoojjii gara kibbaatitti argamtuutitti dhokateeraa mii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Ziifii gara Giibe'aa Saa'ol bira dhaqanee, «Kunoo, Daawiti kushee hedduu jadduu Horesh keessaa, kooba Haqiilaa ta lafa goomolee irraa gara kibbaa jiranu, odduu teennatti dhokateeraa motii?