1 Samuel 23:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni waan Waaqaani jed'e, AABBO worra Filisti kana deeme had'a? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Ee beeni, worra had'i, dira Keila suni harka worra keesaa baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Daawiti «Deemee Filisxeemota kanaan loluu?» jedhee Rabbiin gaafate. Rabbillee Daawitiin «Deemii Filisxeemiin lolii qachaa Qi'ila'aa harkaa baasi» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Daawiti, «Dhaqee Filisxeemota tana loluu?» jedhee Mootii Waan Maraa gaafate. Mootii Waan Maraalle deebisee isaan, «Dhaqii Filisxeemota loliitii qachaa Qeyilaa isaan harkaa baasi» jedhe