1 Samuel 23:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beena, aka dansaa qorqorad'a; fulla inni jirufi nama isa achiti argele aka dansaa hubad'a. Waan anini d'agaye inni guddo mala qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee dhaqa'aa laalaa'a inni guddisee akka qaroo ta'e namni natti himeeraa mee ka achi jiruu kaan hubadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni nama maltee akka te'e ani waan dhage'eeruuf, isin dhaqa'aa qorqora'aatii inni yennaa hedduu eessa akka turuu fi nama isa achitti isa dhaggelle adda baasa'aa beeka'a.