1 Samuel 23:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Saulo biraa yae Zifu dachae. Daudifi jari isaa gaafasi lafa gamooji ta Maoni jirani, bale aloo ta lafa gamooji ta Yudea gama bitaa keesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababa kanaaf uduu Saa'ol hin deemne ka'anii gara Zeefii dhaqanii Daawitii fi namoonni isa woliin jiran ammo Maa'on biyya gammoojji'ii keessaa hulee Arabaayi jedhamtu ta gammoojjii gara kibbaatiin jirtu jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namooti ka'anee adoo Saa'ol hin deemin dursanee Ziif dhaqane. Yennaa tana Daawitii fi namooti isaa biyya Arabaayii ta lafa goomole'ee irraa gara kibbaa jirtu goomolee Mo'aa keessa jiraniiyyu.