1 Samuel 23:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saulofi jari isaa Daudi barbaadu d'aqani, ammo Daudini mala worra d'agaye kubi d'akhaye lafa aloo ta Maoni d'aqe achi tae. Sauloni aka inni achi d'aqe d'akhaye jennaani faana reebe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'olii fi loltoonni isaa Daawitiin ari'uuf bayanii deeman; Daawitillee waan kana beekee gara dhagaa Maa'on ka lafa gammoojji'ii keessa jiruutitti dhokate; Saa'ol hulee inni jiru dhagayee isa soqaa gara Maa'onii dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'oliif fi namooti isaa Daawiti barbaadiisaaf dhaqane. Daawitille tana yennaa dhage'e gara rassa'aa dhaqee goomolee keessa Maa'on le'e. Saa'ol tana yennaa dhage'e, goomolee maa'onii keessa Daawiti ari'e.