1 Samuel 23:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojuma suni nami toko qonqooni Sauloti d'ufe waan jed'eeni, Hurrisi, keesa deebii, worri Filisti ya d'ufe, lafa had'u jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni tokko ergamee gara Saa'olii dhufee, «Worri Filisxeemii biyya keessa waan yaa'eef dafii koottu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nami tokko gara Saa'olii ergamee dhufee, «Filisxeemoti lafa qabatiisatti waan jirtuuf, ariifadhuu koy!» jedhe.