1 Samuel 23:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jari Daudi waan isani jed'e, Nu lafa tana keesale waan guddo sodaannu qamna; yo Keila d'anne worra Filisti haane haganale ira nuti hammaatti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu namoonni Daawitiin faana deeman, «Nu Yihuudaa keessa taa'uu hin sodaanna; attamitti loltoota Filisxeemiitiin lolu'uuf gara Qi'ila'aa dhaquu dandeenna?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Daawitii ammoo, «Kunoo, as Yihudaa keessattuu nuuti hin sodaanna; qachaa Qeyilaa dhandhee attam isaan loliisaaf dandeenna ree?» isaan jedhane.