1 Samuel 23:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Daudini AABBO Waaqa gaafannaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Beeni, dira Keila had'i, anini worra Filisti harka keetiti keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf Daawiti «Ammallee Rabbiin na hofolchi» jedhee gaafate; Rabbillee «Ani Filisxeemiin harka kee jala galchaa ka'iitii gara qachaa Qi'ila'aa gad bu'ii balaa itti buusi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti ammalle Mootii Waan Maraa gaafate. Mootiin Waan Maraalle deebisee, «Ani Filisxeemota harka keetitti dabarsee waan kennuuf ka'iitii gara qachaa Qeyilaa dhaqi!» isaan jedhe.