1 Samuel 23:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini aka Sauloni had'iisa iti malatu d'agaye jennaani waan qaallicha Abiatharini jed'e, Woya aka korbo hid'atani taanini kooti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti akka Saa'ol isa irratti balaa buusu'uuf ta'u haga beeke gadicha Abiyaatariin «Efuudii san as fidi» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille akka Saa'ol isa irratti hantuu yaadate beekee, Abiyaataarii hayyichaan, «Woyaa hayyumma'aa ta qomaa as naa fidi!» jedhe.