1 Samuel 24:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni reebu worra Filistiti deebie jennaani, Daudini lafa aloo ta d'aatu Engedi jira jed'aniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol Filisxeemiin lolee haga deebi'een maayessa akka Daawiti lafa gammoojjii Ayingaadii keessa jiru dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol Filisxeemota ari'iisa irraa yennaa deebi'e, «Kunoo, Daawiti goomolee En-Gedii keessa jira» jedhanee itti himane.