1 Samuel 24:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini mammaasa, ch'ubbuuni ch'ubbicha ira baati jed'u beeta? Anini woma si intolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mammaanni namoonni waan hamaa hojjatan namoota hammeeyyii calla'a jedha. Ani garuu si irratti miidhaa hojjachuu hin barbaadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri durii, ‹Hammeenni worra hamaa irraa dhufa› jedhan. Harki kiyya ammoo waan hantuu si irratti hin huju.