1 Samuel 24:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ha dubbi tana laale, d'ugaafi d'ara arguti. Inni ha dubbi tana laale. Naa dubbate, harka kanke keesa na baasuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana Rabbi haa murteessu; rakkinna kiyyallee haa laalu; harka kee jalaa na haa oolchu; dhugaa kiyyallee naa haa baasu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa abbaa mura'aa te'ee anaa fi si wodhakka'atti muraa kennuu ti. Inni haajaa kiyya ilaalee naaf falmatee, harka keeti jalaa na baasee, dhugaa tiyya naaf mudhisuu ti» jedhe.