1 Samuel 24:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini reefu waan dansa na tolchite ka na ijeesu didde, ato AABBO Waaqi harka kanke keesa na kayele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi na harka kee jala galchellee ati garuu na hin ajjeefne; waan gaarii gootee natti mudhifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati attam waan dansaa akka naaf goote adha natti mudhitteerta; Mootiin Waan Maraa harka keetitti dabarsee na kenneeruun, ati ammoo na hin ijjeenne.