1 Samuel 24:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hojja nyaapa isaa arge ka woma intolchine akuma kanati gad'iisa? AABBO Waaqi waan dansa sii kennina, waan atini arra waan dansa na tolchiteefi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni diina qabee uduu hin miidhin dhiisu eessatti argama? ati adha waan mishaa waan naa gooteef Rabbi si haa eebbisu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami diina ifii yennaa dhagge, akka inni nageyaan deemu hin lakkisaa ree? Maarre waan dansaa adha ati naaf gooteef, Mootiin Waan Maraa waan dansaa si'iif godhu.