1 Samuel 24:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sauloni askarti kuma sadi askarti Israeli keesa filate fulla toko ta, D'akhaye Ree Ala jed'ani gama ilaboru barbaadu d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Saa'ol loltoota Israa'elii jajjabaa namoota kuma sadihii fudhatee Daawitii fi namoota isa woliin jiran soqaa gara hulee dhagaa re'iin gammoojji'ii keessa jiraattuu dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Saa'ol Israa'eloota mara keessaa namoota filamane kuma sad fudhatee, Daawitii fi namoota isaa barbaadiisaaf gara addee, «Rassaa re'ee diidaa» jedhamuu dhaqe.