1 Samuel 24:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma maqa AABBO Waaqatini nati kakhad'i, aka atini d'aloota kiyya imballeesine, aka maqa kiyyafi ka worra kiyyaleni imbanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaa kiyya akka hin balleessine yookaan maatii abbaa kiyyaa keessaa akka hin baafne amma maqaa Rabbiitiin naa kakadhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati naan duuba sanyii tiyya akka hin balleessine, maqaa kiyyalle maatii abbaa kiyyaa keessaa haxoottee akka hin balleessine amma maqaa Mootii Waan Maraatiin naaf kakadhu» jedhe.