1 Samuel 24:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Daudini ee jed'e iti kakhate. Jennaani Sauloni kae gale, Daudifi jari isaleeni fulluma iti d'okhatani taaniti deebiani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee akka waan kana hin goone hin kakateef. Kanaan maayessa Daawiti haga Saa'olii kakateen maayessa Saa'ol gara mana ufii gale; Daawitii fi loltoonni isaa gara hulee itti dhokatanii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti tana Saa'oliif kakate. Achiin duuba Saa'ol gara mana ifii deeme; Daawitii fi namooti isaa ammoo gara kushee jadduu ifii deemane.