1 Samuel 24:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni goda toko ka d'aatu moona hooliye jiru, ka d'aatu karaati gore finch'aye. Godi sunini ka Daudifi jari isaa keesa lit'e keesati d'okhachu jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara dallya bultii hoolotaatiin dhufe; hulee san goda tokkotu jira; Saa'ol raasa'atti itti bawu'uuf goda keessa seene Daawitii fi loltoonni isaa garuu goda keessatti dhokataniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol gara gooree hoole'ee ta karaa qarqara jirtuu takka dhufee, achitti goda takka dhaggee faalowiisaaf keessa seene. Daawitii fi namooti isaalle goda san gara keessaatiin keessa tee'aneeraniiyyu.