1 Samuel 24:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi taanaani Daudini jara isaa Saulo had'u d'owe. Sauloni kae goda keesaa bahe kara gula iti d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii kanaan Daawiti loltoota ufii akka Saa'oliin hin ajjeefne dhoogge; Saa'olillee achii ka'ee goda keessaa bayee deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti jecha kanaan namoota ifii xixee, akka isaan Saa'ol hin lolle dhoogge. Saa'olille goda keessaa bayee deeme.