1 Samuel 24:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini gula gabahe, Sauloti lalabe, Ee hayyicha jed'e yaame. Sauloni ufi duuba millate jennaani Daudini durati gajed'e
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee goda keessaa bayee Saa'oliin faanaa deemee «Gooftaa; mootii kiyya!» jedhee Saa'oliin waame, Saa'ol yoo uf duuba midhatu Daawiti isaa gad jedhee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa duubaan Daawiti goda keessaa bayee, «Goottaa kiyya Mooticha!» jedhee Saa'ol waame. Yennaa Saa'ol ifi duuba ilaalu, Daawiti fuulaan lafatti gad gombifamee isaaf sagade.