1 Samuel 25:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini doonaani worri Israeli ch'ufti wolti bahe boheefi, Ramati awaalani fulla worra isaa jiru. Eegi suni Daudini lafa aloo ta Paraniti godaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel du'ee baniin Israa'elii maruu hulee tokkotti wol gayanii booyaniif; achiin maayessa gara Raama'aa fidanii achitti awwaalan; achiin maayessa Daawiti gara gammoojjii Faaraanii deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el du'e. Israa'elooti marti wolitti qabamanee bowanee, mana isaa ka Raamaa keessa jiru keessatti isa awwaalane. Achiin duuba Daawiti ka'ee gara goomolee Phaaraanii gad dhaqe.